Qorannoon kun maal milkeessuuf akka ta’e agarsiisa. Gaaffilee Qorannichaa: Gaaffilee furmaata barbaadan. 4. Sakatta’a Barruu (Literature Review) Waa’ee dhimma sanaa kitaabonni maal jedhu? Qorannoowwan kanaan duraa maal argatan? 5. Mala Qorannichaa (Methodology) Ibsa Bakka Qorannichaa: Qorannichi eessatti gaggeeffame? Maddoota Ragaa: Ragaan eenyu biraa sassaabame?